Qur'aana kana Rabbi biraa tahuu isaa shakkiin isa keeysa hin jirtu
- Abu akmam
- Sep 16, 2018
- 1 min read

الٓمٓ
Alif, Laam, Miim (2:1)
ذَٰلِكَ ٱلۡكِتَٰبُ لَا رَيۡبَۛ فِيهِۛ هُدٗى لِّلۡمُتَّقِينَ
Kun kitaaba [Rabbiin biraa ta’uu isaa ilaalchisee] mamiin isa keessa hin jirreedha;warra Rabbiin sodaataniif qajeelfama. (2.2)
Opmerkingen